OBN ODUU OROMOOO BAGA GAMNE OROMOO Feb, 14/2018

author Ambo media Tube   3 мес. назад
19,883 views

176 Like   13 Dislike

Simannaa obbo Baqqaalaa Garbaa Adaamaa OBN 07 06 2010

[OBN 07 06 2010] Hoogganaa itti aanaan Kongirasii Federaalistii Oromoo Obbo Baqqalaa Garbaa mana amala sirreessaa federaalaatii hiikamuun, Qeerroo fi uummata magaalaa Adaamaatiin simataniiru. simannaa kana irrattis kantiibaan magaalaa Adaamaa Aadde Adaanech Habeebee argamaniiru.

Ijoollee Oromoo Ameerikaatti Dhalatanii fi Oromummaa

Naahilii Abdullaahii Mucaa dhalootan Oromoo as Yunaayitd Isteets keessatti dhalattee guddatte. Maatiin ishii garuu akka Afaan Oromoo fi aaddaa Oromoo beektu godhanii guddisan. Naahiliin jalaalli aadaa, afaan, nyaataa fi aartii oromootii qabdu gudaadha. Barumsa ishiitiin bayyee cimtuu, dooktora ta’uuf cimtee hojjachaa jirti. Kayyoon ishii gara funduraa immoo, dooktorii taatee Oromiyaatti tajaajila kennuu dha.

ENN ቆራርጦ ያቀረበውን OBN ምንም ሳይቀንስ እንደወረደ አቀረበው ~ የህዝብ ሚዲያ ማለት እንዲ ነ...

ENN ቆራርጦ ያቀረበውን OBN ምንም ሳይቀንስ እንደወረደ አቀረበው ~ የህዝብ ሚዲያ ማለት እንዲ ነው 🙏🏽🤞🏽

VOA AFAAN OROMO May,26/2018

OMN ODUU MAY 25/2018 ODUU OMN

Comments for video: